PDFIjaarsa Mana Lukkuu
Hailu Dugasa
ETB 299FULBEK
Direct Marketplace
Accounts, products, payments, verification, and payouts.
Digital downloadProduct details
Sooranni lukkuu bu'uura guddinaa fi oomisha lukkuu keessaa isa ijoodha. Soorata sirrii qopheessuun lukkuun humna, guddina fi oomishaaf barbaachisu akka argatu gargaara. Keessumaa, wantoota naannoo irraa argaman sirriitti adda baasuun fi fayyadamuun qabeenya jiru gara madda soorataatti jijjiiruu danda'a.
Haa ta'u malee, “naannoo irraa argame” jechuun “lukkuuf ni ta'a” jechuu miti. Wanti soorataaf oolu qulqulluu, hin mancaane, nageenya qabu fi lukkuuf mijataa ta'uu qaba. Kanaaf, kaayyoon soorata naannoo irraa qopheessuu baasii qofa hir'isuu osoo hin taane, qabeenya naannoo sirnaan fayyadamuun soorata qulqulluu, madaalawaa fi lukkuuf mijataa qopheessuudha. kitaaba kana keessatti gosoota lukkuu, amaloota fi umurii lukkuu irratti hundaa’uun akkaataa soorattni lukkuu wantoota naannoo keenya irraa argamu irraa akkaataa itti qophaa’u sirritti ibsamee jira.
Walumaagalatti kitaaba kana keessatti gosoota lukkuu, amaloota fi umurii lukkuu irratti hundaa’uun akkaataa soorattni lukkuu wantoota naannoo keenya irraa argamu irraa akkaataa itti qophaa’u sirritti ibsamee jira.
Verified buyers
No reviews yet. Only confirmed buyers can review this product.
More from this creator